commission
kanaslaali : commissionaire, commiserate
Afaan Ingiliffaa
- commission
Hiika
gulaali- komishinii
- hojii namni tokko akka hojjetuuf itti kenname
- gartuu namoota ittigaafatamummaa tokkoof filatamanii
- hojii nami tokko hojjeteef maallaqa kaffalamu